Providing high-quality, compassionate, and accessible medical services.

Well-Come To Odaa Clinic! We are dedicated to the health and well-being of our community.

Explore Our Services

Consultation

Talk to our experts now

Watch Video

Take a virtual tour of our clinic

5000+

Cured Patients

100%

Commitment

Our Services

General Consultation

Tajaajila Yaalii Waliigalaa
የአጠቃላይ ህክምና አገልግሎት

  • Qorannoofi Yaalii Dhukkuboota Walii Galaa
  • Tajaajila Yaalii Balaa Tasaa
  • Yaalii Dhukkuboota Daddarboo
  • Yaalii Dhukkuboota Daddarboo Hin Ta’inii
  • Yaalii Dhukkuboota Dhibee Keessoo
  • Yaalii fi Qorannoo Dhukkuboota Naf-Saalaa
  • Tajaajila Gorsaa
  • Tajaajila Rifeeraalaa Qindaa’aa
  • አጠቃላይ የውስጥ ደዌ
  • የድንገተኛ አደጋ ህክምና
  • ተላላፊ እና ተላላፊ ያልሆኑ በሽታዎች ምረመራና ህክምና
  • የአበላአር በሽታዎች ምርመራና ህክምና
  • የባለሙያ ምክር
  • የተቀናጀ የሪፈራል አገልግሎት
Ultrasound

Tajaajila Ultiraasawundii
የአልትራሳውንድ አገልግሎት

  • Ultirasawundii Ulfaa fi Gadameessaa
  • Ultirasawundii Harmaa
  • Ultirasawundii Mormaa
  • Ultirasawundii Qaama Hormaata Dhiiraa
  • Ultirasawundii Qaamolee Garaa Keessaa
  • የጽንስ እና የማህፀን አልትራሳዉንድ
  • የጡት አልትራሳዉነድ
  • የጉሮሮ እና አንገት አልትራሳዉነድ
  • የሆድ አልትራሳዉንድ
  • የወንዶች ብልት አልትራሳውንድ
Maternal and Child Health

Yaala Haadholii fi Daa’immanii
የእናቶች እና የህፃናት ህክምና

  • Hordoffii Guddinaa fi Dagaagina Daa’immanii
  • Yaalii Walii Galaa Dhukkuboota Daa’immanii
  • Qorannoo Fayyaa Daa’immanii
  • Gorsa Fayyaa fi Guddisa Daa’immanii
  • Hordoffii Ulfaa
  • Yaalii Gadaameessaa
  • Hordoffii Da’uumsa Boodaa
  • Qorannoo fi Yaalii Maseenummaa
  • Gorsaa fi Yaala Ulfa Duraa
  • Tajaajila Karoora Maatii Gosa Hundaa
  • የህፃናት እድገት ክትትል
  • አጠቃላይ የህፃናት ህክምና
  • የህፃናት ጤና ምርመራ
  • የእርግዝና ክትትል
  • ከእርግዝና በፊት የሚደረግ ምርመራ
  • የማህፀን ህክምና
  • ድህረ ወሊድ ክትትል
  • መካንነት ምርመራ እና ህክምና
  • ሁሉንም አይነት የቤተሰብ እቅድ
  • ያልታቀደ እርግዝና ምክር ና ማቐረጥ
Minor Surgery

Tajaajila Baqaqsanii Yaaluu Xixiqqaa
መለስተኛ ቀዶ ጥገና አገልግሎት

  • Kittaannaa Dhiiraa Bifa Ammayyaawaan
  • Dhiitoowwan Xixiqqaa Baqaqsuun Baasuu
  • ዘመናዊ (ቀለበት) የወንድ ልጅ ግርዛት
  • ጥቃቅን እብጠቶችን ማውጣት
Laboratory Services

Tajaajila Laboratoorii Guutuu
ደረጃውን የጠበቀ ሙሉ የላቦራቶሪ አገልግሎት

  • Qorannoo Dhiigaa Guutuu (CBC)
  • Qorannoo Fincaanii
  • Qorannoo Sagaraa
  • Qorannoowwan Hormoonii
  • Qorannoowwan Electroolayitii
  • Qorannoo Kiliinikaal Keemistirii
  • ሙሉ የደም ምርመራ (CBC)
  • የሽንት ምርመራ
  • የአይነምድር /የሰገራ ምረመራ
  • የሆርሞን ምርመራ
  • የኤሌክትሮላይት ምርመራ
  • የክሊኒካል ኬሚስትሪ ምርመራዎች
Laboratory Machines

Meeshaalee Laboraatoorii
የምንጠቀማቸው ዘመናዊ የላቦራቶሪ መሳሪያዎች

  • CBC Machine (Qorannoo Dhiigaa Guutuu)
  • Maashina Keemistirii (Chemistry Machine)
  • Maashina Electrolyte
  • Maashinii Hormonal Analyser
  • Meeshaa Altiraasaawundii Ammayyaawaa
  • CBC Machine (ለሙሉ ደም ምርመራ)
  • Chemistry Machine
  • Electrolyte Machine
  • Hormonal Analyser Machine
  • ዘመናዊ የአልትራሳውንድ መሳሪያዎች

Our Clinic in Pictures

A look inside our facility, our team, and our commitment to patient care.